Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa murannoo nageenyaa fi badhaadhinaa Ityoophiyaa haaromsuun xumurame jedhan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa  FDRI Dooktar Abiy Ahimad walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa murannoo nageenyaa fi badhaadhinaa Ityoophiyaa haaromsuun xumurameera jedhan.

Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa  gaggeeffamaa ture har’a xumurameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.