Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari’ataniiru.

Yaa’ii BRICS’ cinaatti dhimmoota gamlamee fi naannawaarratti mari’achuu Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.