Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy ramaddii xiyyaara nama maleessa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa eebbisan

Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI fi Ajejaan Humna Waraanaa Waliigalaa Dooktar Abiy Ahimad ramaddii xiyyaara nama maleessa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa eebbisuun banan.

Dooktar Abiy Qondaaltoota, ogeeyyii suphaa fi balaliiftoota xiyyaaraa yeroo jalqabaaf humni qilleensichaa leenjisaa ture ni eebbisiisuun eegama.

Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaan 88ffaan qophiilee garaagaraan kabajamaa jiraachuu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.