Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoo waliin mari’ataniiru.

 

Haala hariiroo biyyoota lamaanii cimsuun danda’amuu fi walitti dhufeenya naannichaa dabaluurratti marii taasiisaniiru.

 

Biyyoonni miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa hariiroo isaanii caalmatti cimsuuf hojjechuu akka qaban mari’achuu isaanii Dooktar Abiy Fuula Tiwiitarii isaanirratti barreessaniiru.

 

Dooktar Abiy itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Rebekaa Niyaandeng waliinis mari’ataniiru.
Hariiroo waloo fi haala nageenya Sudaan Kibbaarratti mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.