Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin hariiroo waloorratti mari’atan

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy yaa’ii ariifachiisaa gaggeessitootaa IGAD 38ffaa cinaatti dhimmoota waloo fi naannichaa irratti Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’ataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.