Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy preezdaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon fayyummaa garii fi ariitiin akka dandamatan hawwan

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon fayyummaa garii fi ariitiin akka dandamatan hawwaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad preezdaantichi vaayrasii koroonaatin qabamu isaanii ilaalchisee fuula Twiitara isaaniirratti ergaa isaanii ibsaniiru.

Preezdaantichi mallattoo vaayrasii koroonaa agarsisu irratti hundaa’ee qorannoo taasisaniin vaayrasiichi irratti argamu waajjirri preezdaantii Faransaay ibseera.

 

Preezdaantichi ofii isaanii guyyoota 7 addatti of baasuun hojii isaanii hojjetaa ni turu jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.