Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru.

Piroojektiin madda Anniisaa Kooyishaa Gibeen 4ffaan hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatti aanee isa guddaa ta’uu eeraniiru.

Piroojektichi lammiilee hedduuf carraa hojii kan uume ta’uu kaasaniiru.

Dooktar Abiy guyyaa har’aa yeroo 4ffaaf piroojekticha daawwachuun adeemsa hojii isaa gamaaggamuu ragaan Waajjira Ministira Muummee FDRI irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.