Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan muddamni Baha Giddugaleessaa akka tasgabbaa’u tumsuuf qophiidha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Iraan Massuud Pezeshikyan waliin dhimmoota garlamee fi naannawarratti mari’ataniiru.

Marii isaaniin Itiyoophiyaan Giddugala Bahaatti haala muddiinsi jiru gadi bu’u danda’u irratti deeggarsa taasiisuuf qophii ta’uu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.