Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy miseensota mana marichaaf boru ibsaa fi deebii kennu

Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniif boru ibsaa fi deebii ni kennu.

Manni Maree Bakka Bu’oota ummataa Walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa boru kan gaggeessu ta ‘uu Daayrektarri Hariiroo Ummataa mana marichaa Yaaqoob Waldasamaayaat Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Walga’icharratti Miseensota Mana Maree Bakka Bu’ootaa Ummataarraa gaaffii dhiyaataniif Ministirri Muummee Dooktar Abiy deebii fi ibsa bal’aa kan kennan ta’uu ragaan mana maricharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.