Dooktar Abiy Ministira Muummee Xaaliyaanii waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Ji’oorjiyaa Meeloonee waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo, naannawaa fi gamdameessaarratti mari’achuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Hariiroon biyyoota lamaan gidduu jiru guddachaa dhufuu walta’iinsi keenya mul’iftuudha jedhan.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.