Dooktar Abiy Ministira Dhimmaa Alaa fi Walta’iinsaa Riippaablikaa Islaamummaa Mooriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministira Dhimmaa Alaa fi Walta’iinsaa Riippaablikaa Islaamummaa Mooriitaaniyaa Mahaammad Saaleem Meerzuug waliin mari’ataniiru.
Mahaammad Saaleem Meerzuug ergaa Pireezidaantii Riippaablikaa Islaamummaa Mooriitaaniyaa Mohaammad Oold Cheek Al Gaazuuwaanirraa ergame Dooktar Abiy Ahimadiif geessisaniiru.
Odeeffannoowwan
waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.