Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy miidhaa Liibiyaatti qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miidhaa Liibiyaatti qaqqabe hordofee gaddi itti dhaga’amuu ibsan.

Lammiilee sababa balaa lolaa mudateen lubbuu isaanii dhabanii fi miidhaa qaamaa qaqqabeef gaddi cimaan itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Miidhaa qaqqabeen hanga ammaatti lubbuun namoota kumaa 6 darbuu Al Jaziiraan gabaaseera.

Namoonni kuma 10 olitti tilmaamaman ammoo achi buuteen isaanii hij argamne jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.