Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan gaafatan

Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan gaafataniiru.

Duulli Teeleetoonii Diijitaalaa Itiyoophiyaa Qulqulluu guyyaa guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuu har’a ganama sa’aatii 2:00 eegalee gaggeeffamaa jiraachuu eeraniiru.

Lammiileen hundi duulichatti hirmaachuun Ashaaraa isaanii akka kaa’aan gaafataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.