Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggaman

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggamaniiru.

Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf waamicha taasiifameerratti lammiileen kaka’umsa olaanaan hirmaachuu eeraniiru.

Kaayyoo olaanaan sosochichaan naannawaa keenya hawwataa taasiisuun aadaa manneen Fincaanitti fayyadamuu guddisuu ture jedhan.

Har’as hojiilee hirmaannaa ummataan hojjetaman kanneen daawwchuun gamaaggamuu himaniiru.

Meeshaalee daraan qulqullina qaban fayyadamuun manneen Fincaanii ummataa sadarkaa isaanii eeggatan ijaaruuf murannoon hojjechaa jirra jedhan.

Hojiin kun kan jalqabaati, deeggarsa keessaniin hojiilee eegalle ni babal’ifna jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.