Dooktar Abiy du’aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad du’aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaa Hagee Geengoobiif gaddi itti dhaga’amuu ibsan.
Pireezidaantiin Naamiibiyaa Hagee Geengoob Dhibee Kaansarii isaan mudateen umrii waggaa 82ffaa isaanitti addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad ummataa, Maatii fi mootummaa biyyattiif jajjabina hawwaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.