Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy bu’aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bu’aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan.

Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaan Ityoophiyaan injifachuu isheen baga gammaddan jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.