Dooktar Abiy barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’achuu ibsaniiru.
Dhimmoota naannoo fi dameewwan biroo hedduurratti mari’achuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniin barreessaniiru.
Dhimmoota Hariiroo Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii caalmaatti cimsuu danda’anurratti marii taasiisuu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.