Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Bakka buutoota paartilee siyaasaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota paartilee siyaasaa waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti mari’ataniiru.

Baatii Eblaa darbe keessa bakka buutoota paartiilee siyaasaa waliin dhimmoota biyyaalessaarratti mari’annee turre jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Waayita sana mariin sadarkaan jiru akka itti fufu kallattiin kaa’amee turuu kaasaniiru.

Har’as dhimmoota marii dura taasiifameen itti fufanii fi dhimmoota faayidaa biyyaalessaa fi hunda galeessa ta’an irratti waliigaluuf marii taasiifneera jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.