Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa galan

Finfinnee, Onkololeesa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingiin galaniiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi jillisaaniin durfamu Fooramii ‘Belt and Road’ 3ffaarratti hirmaachuuf Chaayinaa galuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.