Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad sagantaan ‘Maaddii Biyyaa’ bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf qaamolee tumsa taasisaan galateeffatan

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa ‘Maaddii Biyyaa’ har’a gaggeeffamuuf qaamolee ibsa ga’umsaalee 3 bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf tumsa taasisaan galateeffataniiru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, yeroo dheeraaf hawwiin eegamaa kan tureefi har’a kan gaggeeffamuu sagantaan ‘Maaddi Biyyaa’ qaamolee bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf tumsa taasisaan galateeffataniiru.
Heddummina keenya, aadaalee keenya, boocalee seenaa fi qabeenyawwa umaamaa gara badhaadhinaatti jijjiiruuf daandeettin addaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.