Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Pool Kaagaameef ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo Pireezidaantummaa Ruwaandaan Pool Kaagaameen irraa deebiin yeroo 4ffaaf filatamuu isaaniin ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Dooktar Abiy ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yeroo aangoo isaanii ittaanutti milkaa’ina, hoggansi isaaniis tasgabbii fi misooma caaluu Ruwaandaaf akka fidu hawwii gaarii qabaniif ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.