Dooktar Abiy Ahimad Ostiriyaa Veenaa galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Misooma Indaastirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Ostiriyaa magàalaa Veenaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad yaa’icharratti haasawaa ni taasisuun kan eegamu ta’uu ragaan Waajjira Ministeera Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.