Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Duraanii UK waliin mari’atan

Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Dura Taa’aa Olaanaa Inistiitiyuutii Toonii Bileerii fi Ministira Muummee Duraanii Yuunaayitid Kiingidaam Toonii Bileer waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota idil addunyaa fi naannawaa irratti marii bu’aa qabeessa taasisuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dhaabbanni isaaniis deeggarsa Itiyoophiyaatti taasisaa jirurratti waliin mari’achuus kaasaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.