Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa gaggeessan

Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaniiru.

Namoonni Sagantaa Afxiraa kanarratti hirmaatan Masaraa biyyaaleessaa daawwachuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.