Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandiiwwan asfaaltii Amboo-Gudarii fi Shanan-Sayyoo eegalchisan

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandiiwwan asfaaltii Amboo-Gudarii fi Shanan-Sayyoo eegalchiisaniiru.
Daandichi dheerina kiilo meetira 110 qaba jedhameera.
Ijaarsa daandichaaf waliigalaa baajanni Birrii biiliyoonni 4.6 kan ramadamee yoo ta’u, baasiin baajatichaa hundi mootummaa Ityoophiyaatin uuwwifama.
Daandiwwan kunneen koorpooreshinii Ijaarsaa Oromiyaa fi Koorpooreshinii hojiiwwan ijaarsa Ityoophiyaatin ijaarrama jedhameera.
Akka gabaasa EBCtti Ijaarsi daandiiwwan lamaanii waggoota 5 keessaatti ni xumurmaa jedhameet eeggama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.