Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin naannichatti deeggarsa namoomaa taasifamaa jiru, nageenyaa, diriirsa bu’uraalee misoomaa fi sadarkaa kenninsi tajaajila hawaasa irra jiruurratti gamaggamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.