Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Dawwannaa hojiif Sudan galan

Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Poort Sudaan galaniiru.

Daawwannaan Dooktar Abiy taasisan tattaaffii nageenyaa fi tasgabbii Sudaaniif taasisaniif tarkaanfii itti fufu ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.