Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Seeneegaal galan

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd daawwannaa hojiif Seeneegaal galaniiru.

Turtii isaanii Seeneegaaliin preezdaantii biyyatti Maakii Kaal waliin dhimmoota biyyoota lamaanii fi naannoorratti ni mari’atuun eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.