Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii “G20 Compact with Africa (CwA)” gaggeeffamuun dura Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin dhimmoota gamlameerratti mar’achuun ibsame.

Biyyoonni lameen dameewwan walta’iinsaa, dhimmoota biyya keessaa fi naannawaarrattii mari’achuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

Chaansilarri Jarman Olaaf Shoolzi barana gara jalqabaa Itiyoophiyaatti daawwannaa taasisuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.