Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa fi naannoo dabalatee vaayrasii koroonaarratti Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara isaanitiin, tumsaa waloo misoomaa fi diinagdee Ityoophiyaa fi Jarmaan qaban cimsuufis mari’achuusaaniti kan ibsan.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.