Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gaddaa itti dhaga’aamee ibsaniiru.
Dooktar Abiy fuula Twiitara isaaniin akka ibsaniitti, ‘biyyaasa jabeessee jaallachuu fi biyyaasaaf onneesaarra hojjechuun namoota hedduuf fakkenyaa ta’uu Alamayyoo Isheetee lubbuun isaa darbuuf gaddi guddaan natti dhaga’ameera’ jedhaniiru.
Itti dabaluunis ‘hojii isaa kanaanis Ityoophiyaanoonni ol jedhanii ni jiraatuu’ jedhaniiru.
‘Ityoophiyaaf kan hojjetee ni boqataa malee hin du’uu’ jechuun ergaasaanii dabarsaniiru.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.