Fana: At a Speed of Life!

Doktora Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun muudaman

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Doktora Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun muudaman.

Pirezidaantii paartii badhaadhina Tigiraay kan ta’an Doktora Abrahaam ministira innoveshinii fi teekinoloojiin tajaajilaatti argamu.

Doktora Abrhaam dabalataan miseensa fi walitti qabaa bordii dhabbilee mootummaa adda addaa ta’un tajaajila jiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.