Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooronni deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 8 olitti shallagamu taasisan

Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Waamicha biyyaa fudhachuun diyaaspooronni gara biyyaa dhufan dhaabbilee fayyaa naannolee Amaaraa fi Afaaritti miidhaman deebisanii dhaabuuf  deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa fi qorichootaa Birrii miiliyoona 8 olitti shallagamu taasisan.

Deeggarsi taasifame hojii dhaabbilee fayyaa sababa waraanaan naannolee Amaaraa fi Afaaritti miidhaman deebisanii dhaabuuf hojjetaman kan gargaaru ta’uu ibsameera.

Qaamolee deeggarsa taasisan galateeffachuun deeggarsi akka kanaa cimee itti fufuu akka Ministeerichi waamicha dhiyeessuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.