Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooraawwan iddoolee waraanaan miidhaman daawwachuuf Samaraa galan

Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Waamicha biyyaa fudhachuun Lammiileen Ityoophiyaa gara biyyaa dhufan iddoolee waraanaan miidhaman daawwachuuf magaalaa Samaraa galaniiru.

Jilli Itti aanaa daayreektara olaanaa Ejansii Diyaaspooraa Ityoophiyaa Dooktar Mahaammad Idiriisiin durfamu diyaaspooraawwan kanneen waliin iddoolee kanneen daawwachuuf magaalaa Samaraa galaniiru.

Guyyoota itti aanaan naannoo Amaaraa fi Afaaritti iddoolee waraanaan miidhaman ni daawwatuun eegama.

Haabtaamuu Taksilaaseetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.