Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooraawwan gara biyyaa wayita dhufan misooma hojii uumuu akka deeggaran waamichi dhiyaate

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan wayita gara biyyaa dhufan misooma hojii uumuu akka deeggaran Ministeerri Hojii fi Kalaqaa waamicha dhiyeesse.

Riifoormii diinagdee biyya keessaa eegalameen hojiilee kalaqaa diijitaalaan Ityoophiyaanonni bu’aa argamsiisan jiraachuu Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Muufariyaat Kaamil ibsaniiru.

Misoomni Interpirinarshiippii hojii duubarra itti galame ta’us carraa bal’aa kan qabuu fi dursa kan kennamuuf waan ta’eef beekumsaa fi dandeettii qaban Ityoophiyaanota biyya keessa jiraniif akka  qoodan gaafataniiru.

Damicharratti dhuunfaanis ta’e gareen irratti hirmaachuu warren barbaadaniif simachuuf qophii ta’uu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.