Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’aniiru- Komishinii Invastimantii

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’uu Komishinarri  Komishinii Invastimantii aadde Lalisee Namee ibsan.

Baatiiwwan arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kaappitaala  Doolaara biiliyoona 1 ol galmeessisan Ityoophiyaatti hojiilee invastimentiirratti bobba’uu ibsaniiru.

Waamicha gara biyyaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad taasisan hordofee diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif waltajjiin filannoowwan invastimantii ittiin ilaalan qophaa’aa jiraachuu himaniiru.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.