Fana: At a Speed of Life!

DhMGtti daayrektarri Olaanaan Misooma Indaastirii Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayrektarri Olaanaan Dhaabbata Misooma Indaastirii Gardi Mularii fi jilli isaanii Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Yaadannoo Injifannoo Adwaa seenaa kaleessaa qofa kan of keessaa qabu osoo hin taane, dhaloota boriif carraa tumsaan hojjechuu guddaa kan uumu ta’uu Gardi Mular ibsuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin himaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.