Fana: At a Speed of Life!

Dhamaatii har’aa bu’aa boriif – TKM

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, guyyaa Egeree fi jala bultii bara haaraa ilaalchisee ergaa baga geesanii dabarseera.

Bori abdii, hawwii fi galaa ta’uu himeera.

Hundi keenya boru arguuf, jireenyaa fooyyaa’aa fi milkiin jiraachuuf kan hawwinuudha.

Boriin Itiyoophiyaa Ifaadha, waggoottan muraasa darban keessa borii Itiyoophiyaaf hojiileen bu’ura ta’aan hedduun hojjetamaniiru.

Bori bara haaraa, bara waan fooyyaa’aa arguuf abdiin eegamuudha.

Bori bu’aa har’aati waan ta’eef gumaachi hunda keenyaa murteessaa ta’uu ibseera.

Baga bara haara nagaan geessaan!

Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.