Fana: At a Speed of Life!

Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinnee keessa jiraatan garee shororkeessaa ABUT balaaleffachuu itti fufuu qabu – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) – Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinnee keessa jiraatan garee shororkeessaa ABUT balaaleffachuu itti fufuu qabu jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.

Jiraattoonni kunneen garicha balaaleffachuun isaanii kan jajjabeeffamuu qabuudha jedhan.

Birmadummaa fi kabaja Ityoophiyaaf jiraattoonni kunneen sagaleen dhageessisan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf hojii hojjetamaa jiruuf tumsa qabaachuu agarsiisa jedhan Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.