Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen qorannaa damee beelladaa guddisuuf hojjechaa jiru jedhame

Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Dhaabbileen qorannaa damee beelladaa guddisuuf hojjechaa jiru jedhame.
 
Sagantaan Nyaata Addynyaa, Eejansii Inarjii Atoomiikii waliin ta’uudhan, leenjiin ogeeyyii Ityoophiyaa, Demokraatika Riippabliika Koongoo, Naamiibiyaa, Niijarii fi Senegaal hirmaachise gaggeeffamaa jira.
 
Leenjichi Amajjii 25 amma 29,2012tti magaalaa Sabbataatti taa’amaa jira.
 
Wiirtuun Qorannaa Fayyaa Bineeldotaa Ityoophiyaa qorannoowwan beekamtii addunyaa argatan 15 gaggeessuu, laabraatoorii nananolee 14f deeggarsa laacha ajiraachuun eerameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.