Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen garaagaraa raayyaa ittisa biyyaa fi buqqaatoota naannoo Affaarif deeggarsa  taasisan

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Inistityuutin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa, Ministeerri Indaastirii fi Daldalaa naannawaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 10 olitti tilmaamamu taasisaniiru.

Deeggarsicha Ministeerri Indaastirii obbo Malaakuu Alebal preezdaantii naannoo Affaar obbo Awwal Arbaaf laataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.