Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar miidhamaniif deeggarsa taasisan

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar gocha garee shororkeessaa ABUTiin miidhamanii fi qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif  deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 10 taasisuu ibsame.

Waldaan Misooma Amaaraa fi dhaabbanni Gilobaal Alliyaans lammiilee naannoo Afaar sababa garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 10 Preezdaantii naannichaa obbo Awwal Arbaaf kennuu ragaan miidiyaalee naannichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.