Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen faayinaansii ABUT 34 ugguramuu Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI beekise

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Dhaabbileen faayinaansii ABUT 34 ugguramuu Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI beekise.
 
Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI dhaabbileen faayinaansii ABUT 34 ugguramuu beeksiseera.
 
Dhaabbilee ugguraman keessaa Konistiraakshinii Suur, Hojiiwwan Daldalaa Guunaa, Indaastiraal Injinariingii Masfiin, Waldaa deddeebisa ummataa Salaam, Maxxansa Meeggaa, Waldaa dhuunfaa Itti Gaafatamummaansa mirkanaa’e Iffart, akkasumaas Eletirikaal Biiznasii Iffart uggurri warren irra kaa’ame ta’uu ibsameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.