Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastiriitti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan

Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Bakka bu’oonni dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastirii dawwaachuun, paarkiwwaan kanneen keessatti hojjechuu akka barbadaan ibsaniiru.

Bakka bu’oonni kunneen sochii waliigalaa Paarkii Indaastirii Boolee Lamii fi Paarkii Indaastirii Qilixoo dawwaachuu ragaan Korpooreshinii Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.