Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii cimsuun sirna walhubannaa cimaa ijaaruun barbaachisaadha – TKM

Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) – Dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii cimsuun sirna walhubannaa cimaa ijaaruun barbaachisaaa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.

Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa raawwii baatiiwwan jahan darbanii hoggantoota miidiyaaleefi kominikeeshinii waliin magaalaa Adaamaatti qorateera.

Dhaabbilee miidiyaaleefi kominikeeshinii cimsuuf sirna hojimaataa cimaa diriirsuu irratti hojiin eegalame cimee itti fufuun sirni walhubannaa cimaa uumuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu himaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.