Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee marsaa 9ffaa sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata dhiyeesse

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Dhaabbilee marsaa 9ffaa sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata dhiyeesseera.
Dhaabbileen galanni dhiyaateef kunneen;
Ityoo-Teeleekoom – waliigalaan Birrii miiliyoona 500 (Miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 50 dursa kan ibsame)
Dhaabbata Alkoolii fi Araqee Biyyaalessaa -Birrii miiliyoona 10
Biiznasi Giruup Mahaammad Laaloo- Birrii miiliyoona 5
Kofii pilaanteeshinii Raaheel -Birrii miiliyoona 5
Intarpiraayzii Al ergii Bunaa S.Saaraa -Birrii miiliyoona 5
Indaastirii Waaliyaa Stiil – Birrii miiliyoona 5 gumaachaniiru
Dhaabbileen biroo hirmaataniis Birrii miiliyoona 5fi miiliyoona 10 gumachaa taasisan nagahee ittin baankiitti galchan kara dineforethiopia@pmo.gov.et akka galchan gaafatamaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.