Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee fayyaaf dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun ibsame

Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Dhaabbilee Faayyaa sadarkaan jiraniif dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministeerichi gabaasaa raawwii baatiiwwan ja’an darbanii akka argisiisutti, baatiiwwan ja’an darba galteewwan fayyaa biyyaa fi deeggarsa akaakuun kennamaan Bittii biiliyoona 22 fi Miiliyoona 374 fi kuma 638 fi 711 ol mankuusaa galfamuun ibsameera.

Qirichoota, meeshalee tajajaaila fayyaa fi kanneen biroo Birrii biiliyoona 14.9 baasan dhaabbilee fayyaaf raabsamuu gabaasichi ni argisiisa.

Meeshaleen fayyaa Birrii biiliyoona 1.98 baasanis mankuusaa giddugaleessaarraa raabsamuun eerameera.

Bittaan qorichaa biyyaa alaarraa Birrii biiliyoona 99.08’n, biyya keessaa ammo Biirrii miiliyoona 548.8’n raawwatamuu ibsameera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.