Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbatichi lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 11.3 deeggarsa taasise

Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) – Itiyoo Teeleekoom lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 11.3 deeggarsa taasiseera.

Karaa ergaa gabaabaa 8091 hawaasarraa walitti qabe Birrii miiliyoona 1.3 olii fi akka dhaabbataatti ammoo Birrii miiliyoona 10 walitti qabuun lammiilee kanneeniif deeggarsa taasiisuu ragaan Kominikeeshinii Naannoo Kibba Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.