Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbatichi hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasise

Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraarootti Dhaabbanni Misooma Daa’immanii fi Maatii siraaroo hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasiseera.

Dhaabbanni Misooma Daa’immanii fi Maatii siraaroo obbo namoota hongeen miidhaman kuma 8 ta’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 12 ta’u taasisuu Itti gaafatamaan dhaabbatichaa Yilmaa Tibbeessoon ibsaniiru.

Itti gaafatamaan Waajjira Buusaa Gonofaa godina Arsii Lixaa obbo Ifaa Dheekkoon gama isaaniin bara kana qofa aanaalee godichaa hongeef saaxilamaaniif Deeggarsi Birrii miiliyoona 25tti tilmaamamu taasiifamuu eeraniiru.

Jibriil Huseenii fi Mariyamaa Baqqalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.