Dhaabbanni qoricha Gaanaa Emfaarimaa Ityoophiyaatti dhiyeessii qorichaarratti bobba’uufi
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Dhaabbanni qorichaa Gaanaa Emfaarimaa Ityoophiyaatti dhiyeessii qoricharratti hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha dhaabbata itti gaafatamummaan isaa mirkana’ee Balaayi’aab Faarnasiiyuutkaals waliin mallateessu beeksiseera.
Hoji gaggeessaan Emfaarimaa Girgoors Reeksaan waliigaltichi Ityoophiyaatti damee fayyaa tumsuu fi qorichoota gatii madaalawaan dhiyeessuun akka dandeessiisu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.